Waaamicha Walgahii ABO Oromoota Toronto fii
Transkript
Waaamicha Walgahii ABO Oromoota Toronto fii
Waaamicha Walgahii ABO Oromoota Toronto fii naannoo ishii qubatan Maraaf Haala qabsoon Bilisumaa Oromoo amma irra jirtuu fii hegereen keenya maal fakkaata kan jedhu irrati marii gochuu dhaf dubbi himaan ABO Dr. Bayaan Asoobaa waan nujjidduti argamuuf deemaniif jecha akka dhuftanii quuqaa qabddan hunda buqqaafattan kabjaan isin afeerra Araarri Mooraa Qabsoo Bilisummaa Oromoo deebisanii cimsuuf godhamu eessa gahe? Tumsi Jaarmayoota biro waliin godhamaa jiru maal fakkaata? Kan je’u waan irratti ibsi kennamu kessa hanga tokko. Guyyuma kana kaa’imman Oromoo aadaa miidhagaa qabnu isin garsiisuuf qophaawanii jiran Iddoon: Days Hotel 1677 Wilson Av. (West of Jane Street) Toronto, ON Canada Guyyaan: Fuulbana (September) 18, 2010 Yeroon: Saa’aa 3:00WB(PM) - 11:00 WB(PM) (Eastern Standard Time) Dr. Bayaan Asoobaa
Benzer belgeler
(WGO) BIYYA UK 1982 – 2012, MAGAALAA MAANCHISTAR
Waldaan Gargaarsa Oromoo biyya UK (WGO-UK) ayyaana hundeeffamuu waggaa
30ffaa isaa Fulbaana 8, 2012 magaalaa Maanchistar biyya Ingilizii keessatti sirna
ho’aa fi miidhagaan kabajate. Erga bara 1982...